Album Cover 3Obsaa

3Obsaa

Yosan Getahun

8

Dho′aa dho'ee dho′e

Dhawwisa dha'ee dhoo'e dhawwisa dha′ee dhoo′e

Dhawwisa jawwee saafaaNaachi rifatee qabate

Naachatu riphee qabate

Ohoo ohoo ehee ehee

Dide waayyoo waayyuu dide

(Ohoo ohoo ehee ehee

Dide waayyoo waayyuu dide)

Fardi qofaa hin kaatu

Maaf qofaa kaate maaf qofaa kaate

Dide garbuu nyaachu

Luugama nyaate luugama nyaate

Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola

(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)

Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola

(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)

Roobe bubbise (naanaa) buuse bakakkaa (naanaa)

Qaxxisa lole (naanaa) seenee walakkaa (naanaa)

Roobe bubbise (naanaa) buuse bakakkaa (naanaa)

Qaxxisa lole (naanaa) seenee walakkaa (naanaa) seenee walakkaa

Seenee walakkaa seenee walakkaa seenee walakkaa

Bulloo bulloo bulloo bulloo

Bulloo kiyya bulloo yaa bulloo bulloo farda bullo

Yaa bulloo bulloo farda bullo

Bulloo kiyya bulloo yaa bulloo bulloo farda bullo

Bulloo kiyya bulloo yaa bulloo bulloo farda bullo

Hayyicha sanyii gootaa

Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku

Maa tuttuqanii tola nurraa eegu

Hayyicha sanyii gootaa

Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku

Maa tuttuqanii tola nurraa eegu

Naanaa naanaa lammacha koo naanaa

(Naanaa naanaa lammacha koo naanaa)

Naanaa naanaa lammacha koo naanaa

(Naanaa naanaa lammacha koo naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Lammachi fardaa (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Yoo kaate tola (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Lammachi sangaa (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Yoo qote tola (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Lammachi harree (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Yoo baate tola (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Lammachi namaa (naanaa)

Yaa lammachakoo (naanaa)

Yoo lole tola

Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa

Faana ragaduu kuni madaa nu qaba

(Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa

Faana ragaduu kuni madaa nu qaba)

Shishiqirrisee marxifatee kaabbaa

Maaliif na firooma wanbadeen kaabaa

(Kaaba kallattin lama lachuu beekna

Nuun ta'u jenne jara akkamiin oofna)

Goota dhabanii callifachuun hooda

Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa

(Goota dhabanii callifachuun hooda

Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa)

Geeraru malee an akkamiin cooku

Haa ba′u gumaan ilma dhugaa beekuu

(Geeraru malee an akkamiin cooku

Haa ba'u gumaan ilma dhugaa beekuu)

Haa ba′u gumaan (ilma dhugaa beekuu)

Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)

Haa ba′u gumaan (ilma dhugaa beekuu)

Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)

Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola

(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)

Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola

(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)

Obsaan sadii obsa obsi tokkicha

Agartu yaadatta isa gaafichaa

Birraa abdatanii ganna hin qoosani

Murtee bara kanaa kana hin beekani

Dhugaatu nu qaba yaa dhugaa dhabaa

Hacuucamni rabbii obsi waa qaba

Sagaltama garbaa ce'e miillikee

Yoo humna dhabdellee jira waaqnikee

Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu

Asan jira jettee natti hin birmattuu

Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu

Asan jira jettee natti hin birmattuu

Bulloo bulloo bulloo bulloo

Bulloo kiyya bulloo

Yaa bulloo bulloo farda bullo

Yaa bulloo bulloo farda bullo

Bulloo kiyya bulloo yaa bulloo bulloo farda bullo

Bulloo kiyya bulloo yaa bulloo bulloo farda bullo

Lagu lain oleh Yosan Getahun